← Gara barreeffamoota
Abdii Baqoo
VPN
March 29, 2026 •
dubbisa daqiiqaa 2
VPN maali?
VPN gabaajee Virtual Private Network yeroo tahu akka salphaan yoo jennu, VPN jechuun tajaajila interneetii kee nageenyaan fi icciitiin akka fayyadamtu si gargaaru dha.
Vpn maaliif barbaachis?
Yeroo at interneeta fayyadamtu odeeffannoon dhuunfaa, kan akka Ip address,bakka jireenyaa,maqaa,emeelii fi kkf website at daawwattu irratti
mul’achuu danda’a. Kunimmoo rakkoo adda addaatiif sisaaxiluu dandaha.
VPN’n garuu garuu wantoota kana hunda ni dhoksa.
vpn akkamitti arganna?
Subscribe
Barreeffama haaraa emailiin argadhu
Teknoolojii, tajaajila dijitaalaa, fi qajeelfama hojiirra oolu Afaan Oromootiin yeroo maxxanfamu siif erga.
Yaadota fe'amaa jiru...