The Oromo
Digital Future.

Teknoolojii Afaan Oromootiin.
Bifa Salphaa, Bareedaa fi Ammayyaatiin.

Nageenya Software PC Bilbila WALABU TECH Afaan Oromomootiin

Falaasama Keenya

Afaan ormaa wallaaluun Teknolojii irraa nu agabsuu hinqabu.

Walabu Tech teknoolojii Afaan Oromootiin ibsa. AI, software, cybersecurity fi kalaqa akka namni hundi hubatu gargaara.

Featured

Barreeffama filatame

Eegumsa Dijitaalaa
July 7, 2026 Daqiiqaa 2

Eegumsa Dijitaalaa

Bara teeknoolojii fi intarneetni jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti iddoo guddaa qabaatan kana keessatti, dhimmi Eegumsa Dijitaalaa (Digital Security) yeroo kamuu caalaa barbaachisa. Hundi keenya bilbila harkaa, tableettii fi... Hunda dubbisuuf as cuqaasi

Haaraa

Barreeffamoota haaraa