Barreeffamoota
Jecha barbaaddu galchi
Qusannaa Data
Akkaataa Kuusaa Intarneeetii (Data Bundle) Moobaayila Keessanii Qusachuu Dandeessan Baasiin intarnetaa yeroo ammaa kana namoota baay'ee yaaddessaa jira.
Barreeffamoota haaraa
4 barreeffama
-
May 9, 2026 • 5 min
Balaa Liinkiin sobaa qabu
Phishing jechuun mala saayibarii yakkaa keessatti fayyadamu keessaa tokko yoo ta’u, nama gowwoomsuun odeeffannoo iccitii akka: • Username • Password • OTP • Lakkoofsa bankii • Data dhuunfaa • Odeeffannoo hojii akka kennan taasifamu dha.
-
May 5, 2026 • 5 min
Fayyadama bilbilaa Nageenyaan
Bilbilli smart akka Android fi iPhone odeeffannoo keenya hunda keessatti hirmaata. Kanaaf nageenya bilbila keenyaa eeguun baay’ee barbaachisaa dha. Barruun kun akkaataa bilbila smart nageenyaan itti fayyadamtu, hacking irraa of eeggattu, fi odeeffannoo kee itti tikfattu si barsiisa.
-
March 29, 2026 • 2 min
VPN
VPN gabaajee Virtual Private Network yeroo tahu akka salphaan yoo jennu, VPN jechuun tajaajila interneetii kee nageenyaan fi icciitiin akka fayyadamtu si gargaaru dha. Guutuu isaa dubbisi. Hayyee halaqaa tahuu feeta moo? Sanity iukke lov